Qabeenya Kalaqa Sammuu fi Hayyama Meta Fayyadamuu

Ibsawwan bal'aa Imaammataa

DILBA JIJJIIRI
Sababa Imaammataa
Meta’n qabeenya guddaa qabeenya kalaqa sammuu isaa misooma, eegumsaa fi sirnaan itti fayyadamuuf ni kenna. Imaammanni kun qabeenyi kalaqa sammuu Meta seeraan ala, hayyama barreeffamaa duraan nuuf kenname malee, ykn haala Giddugala Qabeenya Biraandii keenyaa wajjin wal hin simneen akka hin fayyadamne mirkaneessuuf gargaara.
Hin dirbaasiinaa qabiyyee kan:
  • Itti fayyadama biraandii:
    • Mirga waraabbii ykn mallattoo daldalaa Meta hayyama barreeffamaa duraan Meta’n kenname malee ykn haala Giddugala Qabeenya Maqaa Meta’n dhorkameen fayyadama.
    • Biraandii Meta kamiyyuu haala adda ta’e ykn mul’ata kalaqaa isa taasisuun bakka bu’a.
    • Qabeenya maqaa Meta karaa kamiinuu fooyyessa, kan akka dizaayinii ykn halluu jijjiiruun, ykn bu’aa addaa ykn sochii qaamaa keessatti fayyadamuudhaan.
  • Raggaasifamuu biraandii:
    • Hayyama barreeffamaa duraan Meta’n kenname malee, maqaawwan Meta kamiyyuu waliin deeggarsa ykn walta’iinsa gosa kamiiyyuu agarsiisa.
    • Hayyama barreeffamaa duraan Meta’n kenname malee, maqaa Meta kamiinuu (kan akka Facebook, Instagram ykn WhatsApp), teknooloojii ykn sagantaa irraa deeggarsa ykn deeggarsa argachuu agarsiisa.
  • Walqunnamtii fayyadamaa oomishaalee kamiyyuu haala ittaanuun agarsiisa:
    • Bifa, amala, ykn hojii oomishaalee yeroo ammaa agarsiisu sirrii hin taane dha.
    • Walqunnamtii fayyadamaa karaa kamiinuu fooyyessa, kan akka bu'aa addaa, gidduu seensaa ykn sochii dabaluu.
    • Qaamolee walqunnamtii fayyadamaa addaan ykn dhuunfaan fayyadama
    • Haala meeshaa barbaachisaa akka mobaayilaa ykn deskitooppii keessatti walqunnamtii fayyadamaa hin agarsiisu.
  • Muuziqaa ykn qabiyyee biroo haala waliigaltee hayyama muuziqaa Meta cabsuun fayyadama.
  • Qabiyyee Facebook Watch kan Meta ta’an fi/ykn hayyama addaa qabu hayyama barreeffamaa duraan osoo hin argatin ni tamsaasa.
  • Hayyama barreeffamaa duraan kenname malee mirga qabeenya kalaqa sammuu Meta’n qabame ni fayyadama.
  • Mallattoolee mallattoo daldalaa Meta wajjin haala burjaajessaa ta’een walfakkaatan fayyadama.
Ni Haqna:
  • Akkaawontiin imaammata kana irra deddeebiin cabsuu irratti bobba’an, erga haqameen booda akkaawontii haaraa uumuu dabalatee.
Qabiyyee mirga qabeenya kalaqa sammuu Metan qabamee fi/ykn hayyamame fayyadamu haala ittaanuun ni hayyamna:
Muuxannoowwan fayyadamaa
Fakkeenyota tokko tokko ilaali raawwachiisni namootaaf Facebook irratti maal akka fakkaatu, kanneen akka: waan Facebook irratti ta’uu qaba jettee hin yaadne gabaasuu, Duudhaalee Hawaasaa keenya akka cabsite sitti himamuu fi iskiriinii akeekkachiisaa qabiyyee murtaa’e irratti arguu.
Hubadhaa: Nut yeroo mara fooyya'aa jirra, kanaafuu waanti asitti agartu waan fayyadamu waliin yeroo madaalamu xiqqo kan yeroon irra darbe ta'uu danda'a.
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Gabaasuu
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Quunnamtii gabaasaan boodaa
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Muuxannoo buusaa
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Iskiriinii akeekkachiisaa
Raawwachiisa
Namoota Facebook irraa hundumaaf, akka addunyaatti imaammatoota walfakkaatoo qabna.
Gareewwan keeddeebii
Gareen hundataa keenyi kan keeddeebitoota 15,000 ol qabu nageenya namoota Facebook irraa eeguuf guyyaa hunda hojjeta.
Hirmaannaa qooda fudhattootaa
Ogeessotni alaa, hayyootni, Dhaabbileen Miti Mootummaa fi imaammata baastuun Sadarkaalee Hawaasaa Facebook beeksisuuf gargaaru.
Qabeenya kalaqa sammuu fi hayyama Meta fayyadamuu irratti gargaarsa argadhu
Facebook irratti waanta faallaa Duudhaalee Hawaasaa keenya deemu tokko yoo agarte maal gochuu akka dandeessu bari.
Giddugala Gargaarsaa keenya daawwadhaa