Eegumsa Daa’immanii Dabalataa

Ibsawwan bal'aa Imaammataa

DILBA JIJJIIRI
Kan nuti kabajnu:
  • Gaaffiiwwan akkaawontii kan umuriin hin geenyee haquuf.
  • Fakkiiwwan miidhaa daa’immanii saalqunnamtii hin taane akka haqaman mootummaan gaaffii dhiheesse.
  • Gaaffiilee guddisee seera qabeessi miidhaa daa'imman beekamoo irrattii osoo hin beekiin raawwate akka haqamuuf .
Duudhaalee Hawaasaa ittaananiif, raawwachiisuuf, odeeffannoo fi/ykn halqara dabalataa barbaanna:
Qabiyyee kaayyoo daa’ima dhuunfaa adda baasuuf uumame haquu dandeenya yoo balaan nageenya daa’imaa irratti akka jiru karaa fayyadamaa, mootummaa, seera dirqisiisaa yookiin ogeessota nageenya daa’imaa alaarraan gaafatame.
Muuxannoowwan fayyadamaa
Fakkeenyota tokko tokko ilaali raawwachiisni namootaaf Facebook irratti maal akka fakkaatu, kanneen akka: waan Facebook irratti ta’uu qaba jettee hin yaadne gabaasuu, Duudhaalee Hawaasaa keenya akka cabsite sitti himamuu fi iskiriinii akeekkachiisaa qabiyyee murtaa’e irratti arguu.
Hubadhaa: Nut yeroo mara fooyya'aa jirra, kanaafuu waanti asitti agartu waan fayyadamu waliin yeroo madaalamu xiqqo kan yeroon irra darbe ta'uu danda'a.
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Gabaasuu
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Quunnamtii gabaasaan boodaa
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Muuxannoo buusaa
MUUXANNOO FAYYADAMAA
Iskiriinii akeekkachiisaa
Raawwachiisa
Namoota Facebook irraa hundumaaf, akka addunyaatti imaammatoota walfakkaatoo qabna.
Gareewwan keeddeebii
Gareen hundataa keenyi kan keeddeebitoota 15,000 ol qabu nageenya namoota Facebook irraa eeguuf guyyaa hunda hojjeta.
Hirmaannaa qooda fudhattootaa
Ogeessotni alaa, hayyootni, Dhaabbileen Miti Mootummaa fi imaammata baastuun Sadarkaalee Hawaasaa Facebook beeksisuuf gargaaru.
Eegumsa dabalataa daa’immanii irratti gargaarsa argadhu
Facebook irratti waanta faallaa Duudhaalee Hawaasaa keenya deemu tokko yoo agarte maal gochuu akka dandeessu bari.
Giddugala Gargaarsaa keenya daawwadhaa